Jump to content

Polandball

Wikipedia irraa
Keessa deebiin kun gaafa 14:26, 26 Bitootessa 2013 Teferi Kebebew (dubbadhu | gumaacha) irratti
Mallattoo Polandball kan fayyadamtoonni uuman.

Polandball, maqaa biraa countryball jedhamunis ni waammama, waan aadaa biyyotaa agarsiisu fi fayyadamtoota Interneetiitiin waan uummamu yoo ta'u wanti kun jalqaba kan inni eegalmes bara 2009 weebsaayitii suuraa kan biyya Jarman Krautchan.net keessatti. Polandballn kun baacoo/qoosaa oonlaayinii wayita ta'u biyyoonni waan akka kubbaa fakkaatun bakka buufamanii Afaan Inglizii caccabaadhan wa'ee walqunnamtii biyyi tokko biyyoota biraa wajjin qabdu fi ilaalcha sirri kan hin ta'in kan ittiin ishiin biyya biraa ilaaltu (stereotype) irratti hundaa'un qoosudha. Qoosaan kun walumatti polandball ykn countryball jedhama.

Seenaa Isaa

Jalqabamuun Polandball waraana Interneetii (cyber war) Hagayya 2009 (August 2009 GC) fayyadamtoota Interneetii biyya Poolaandi fi fayyadamtoota biyyoota addunyaa hafan weebsaayitii drawball.com irratti argaman irraayi. Interneetii Poolaandi irratti erga yaadni alaabaa Poolaandi kubba(geengoo) irratti kaasuu dhiyaatee booda fayyadamtoonni Poolaandi kumaatamatti lakkawwaman wal gargaarudhaan drawball.com too'atanii suura gararraadhan adii garjallaadhan diimaa fi gidduutti barreeffama POLSKA jedhame qabu akka mul'atu godhan. Boodarra qindeessaa 4channin, alaabaan Poolaandi kun mallattoo Naazii Iswaastikaadhan huwwifame.

Krautchan.net weebsaayitii suuraa (imageboard) Afaan Jarman yoo ta'u fayyadamtoonni Afaan Inglizii dubbatan kan netizens jedhaman baayyee ni leellisu. Jalqabni Polanball nama lammii Biriiteen Faalkoo (Falco) jedhamuun akka ta'e yoo dubbatamu namni kunis Fulbaana 2009 (September 2009 GC) polandball Maayikiroosoofti Peyintitti(MS Paint) fayyadamuun uumee; kunis nama lammii Poolaandi ta'e Woojak (Wojak) jedhamu fi weebsaayitii sanarratti Afaan Inglilizii caccabaadhan barreessu tokkoo xuquu fi ittiin qoosuf ture. Sana booda Kaartuniin Polandball lammiiwwan Raashiyaa hedduudhan baayyinaan kaafamuu jalqabe.

Erga Isaa

Bu'uurri Polandball, Polandball fudhatama kan argate balaa Xiyyara Poolaandi kan iddoo Ismooleniski jedhamutti ga'ee fi Pirezidaantii Poolaandi Liich Kaziyaanskii erga ajeesee booda, Poolaandi fi seenaa ishii, walitti dhufeenya ishiin biyya biraa wajjin qabdu, fi ilaalcha sirrii hin ta'in ittiin ishiin biyya biraa laaltu(stereotype) bakka buusun agarsiisu irratti yoo ta'u keessumaayyu . Haasaan countryball gidduu jiru Afaan Inglilizii caccabaa fi jecha nama tuquun kan barreeffamu yoo ta'u, dhumarratti, Poolaandi, kan beekadhuma kubbaa gararraadhan diimaa dibameen bakka buufamte (kun faallaa alaabaa Poolaandi), yeroo boossu ni mullata.

Qoosaawwan Polandball tokko tokko yaada Raashiyaan gara waaqaatti ol ba'uu ni dandeessi, Poolaandi garuu hin dandeessu kan jedhu irratti bu'uureffachuun kan qoofamani.

Some Polandball comics arise from the premise that Russia can fly into space, whilst Poland can not. One of the most popular Polandball cartoons begins with the premise that Earth is going to be struck by a giant meteor, leading to all countries with space technology leaving Earth and going into orbit around the planet. At the end of the cartoon, Poland, still on earth, is crying, and in broken English pronounces the canonical Polandball catchphrase "Poland cannot into space".[3] In this humorous way, Russians put a halt to all discussion with Poles on which country is superior.[1][3][5] In another Polandball comic which delves into historic-political satire, Poland is seen to be boring other countryballs, with its proclamation of "So when we crushed Russia and the turks [sic] were were the biggest country in the world... and..", leading other countryballs to laugh at it. Poland, by now irritated, utters kurwa, and holds up a sign saying "Internet serious business", which is an internet slogan used to deride others who treat subjects with disdain, and in Polandball convention, finishes by crying.[1][2][6]


Original english Version

Polandball, also known as countryball, is a user-generated internet meme which originated on the /int/ board of German imageboard Krautchan.net in the latter half of 2009. The meme is manifested in a large number of online comics, where countries are presented as spherical personas that interact in often broken English, poking fun at national stereotypes and international relations. The comics style may be referred to both as Polandball (even in case there is no Poland among the cartoon characters) and countryball (or, collectively, countryballs).

Background

Polandball has its roots in an August 2009 'cyberwar' between Polish Internet users and the rest of the world on drawball.com. The website, which offers a virtual canvas, allows Internet users to draw whatever they want, and to draw over others' drawings. On the Polish Internet, an idea was raised to draw the Polish flag on the ball, and thousands of Poles together managed to take over the drawball with a painting of white on top of red, with the word "POLSKA" written in the middle. After co-ordination from 4chan, this was then covered over by a giant swastika.[1][2]

Krautchan.net is a German-language imageboard whose /INT/ board is frequented by English-speaking netizens. The beginning of the Polandball meme is credited to Falco, a Brit on /INT/, who in September 2009 created the meme using MS Paint in an apolitical way to troll Wojak, a Pole on the same board who contributes in broken English, after which Polandball cartoons were enthusiastically drawn by Russians.[1][3][4]

Themes

An example of a Polandball comic, featuring Bavaria.

The premise of Polandball, which gained in popularity in the wake of the crash in Smolensk which killed Polish President Lech Kaczyński, is it represents Poland and its history, relations with other countries, and stereotypes,[3][5] focussing on Polish megalomania and national complexes.[2] Interactions between countryballs tend to be written in broken English and internet slang, reminiscent of the Lolcat meme, and by the end of the cartoon Poland, which is purposely represented as red on top of white (the reverse of the Polish flag), is typically seen weeping.[1][2]

Some Polandball comics arise from the premise that Russia can fly into space, whilst Poland can not. One of the most popular Polandball cartoons begins with the premise that Earth is going to be struck by a giant meteor, leading to all countries with space technology leaving Earth and going into orbit around the planet. At the end of the cartoon, Poland, still on earth, is crying, and in broken English pronounces the canonical Polandball catchphrase "Poland cannot into space".[3] In this humorous way, Russians put a halt to all discussion with Poles on which country is superior.[1][3][5] In another Polandball comic which delves into historic-political satire, Poland is seen to be boring other countryballs, with its proclamation of "So when we crushed Russia and the turks [sic] were were the biggest country in the world... and..", leading other countryballs to laugh at it. Poland, by now irritated, utters kurwa, and holds up a sign saying "Internet serious business", which is an internet slogan used to deride others who treat subjects with disdain, and in Polandball convention, finishes by crying.[1][2][6]

Other countryballs

A user-generated representation of Britain in Polandball-style

Polandball can also include comics on other countries, but by convention these comics are usually still referred to as Polandball,[1] although they can also be called countryballs.[4] According to Lurkmore.to, Bavaria has its own ball, and other balls have been created for U.S. states, Catalonia and Siberia, amongst others. Singapore takes the form of a triangle and is called Tringapore; Israel takes the form of a hypercube (in reference to Jewish physics); Kazakhstan takes the form of a brick; and Britain is shown wearing a top hat and monocle.[7]

References

  1. 1.0 1.1 1.2 1.3 1.4 1.5 Orliński, Wojciech (16 January 2010). "Wyniosłe lol zaborców, czyli Polandball" (in Polish). Gazeta Wyborcza. Retrieved 25 March 2012. 
  2. 2.0 2.1 2.2 2.3 Zapałowski, Radosław (15 February 2010). "Znowu lecą z nami w... kulki" (in Polish). Cooltura. Retrieved 22 March 2012. 
  3. 3.0 3.1 3.2 3.3 Kapiszewski, Kuba (13/2010). "Fenomem - Polska nie umieć kosmos" (in Polish). Przegląd. Retrieved 26 March 2012. 
  4. 4.0 4.1 Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda’a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii harka keessaa qabu. 1. Dhiphina/muddama sammuu (stress) 2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression) 3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu. 4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu 5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu. AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA? Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu. 1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa. 2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an. 3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha. 4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara. 5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna. 6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema. 7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf. Fayyaan faaya Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu Faayidaa Timiraa Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu Mallattolee Dadhabuu Onnee Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya? Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii Faayidaa Jinjibilli Qabu
  5. 5.0 5.1 Cegielski, Tomek (12 April 2011). "MEMY. Legendy Internetu" (in Polish). Hiro.pl. Retrieved 24 March 2012. 
  6. Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda’a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii harka keessaa qabu. 1. Dhiphina/muddama sammuu (stress) 2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression) 3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu. 4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu 5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu. AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA? Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu. 1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa. 2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an. 3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha. 4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara. 5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna. 6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema. 7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf. Fayyaan faaya Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu Faayidaa Timiraa Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu Mallattolee Dadhabuu Onnee Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya? Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii Faayidaa Jinjibilli Qabu
  7. Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda’a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii harka keessaa qabu. 1. Dhiphina/muddama sammuu (stress) 2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression) 3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu. 4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu 5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu. AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA? Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu. 1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa. 2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an. 3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha. 4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara. 5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna. 6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema. 7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf. Fayyaan faaya Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu Faayidaa Timiraa Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu Mallattolee Dadhabuu Onnee Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya? Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii Faayidaa Jinjibilli Qabu

Wikimedia Commons on Polandball