Jump to content

Saavaanaa

Wikipedia irraa
Keessa deebiin kun gaafa 21:04, 27 Muddee 2023 Afaan oromoo guddisii (dubbadhu | gumaacha) irratti
(gargar) Foyyeeffata duraani | Foyyeeffata reefuu (gargar) | Foyyeeffata daran haaraa → (gargar)
Saavaanaa mukaa Taanzaaniyaa, Baha Afrikaa ( Paarkii Biyyoolessaa Tarangire ) .

Saavaanaan ykn abaxalloon kan argamu Reerjiree bosona roobaa mudhii lafaa fi gammoojjii gidduutti ta'ee naannoo sarara dagalee 100 ka fi 100 ki ti. Roobni murtaa'aa fi waqtii irratti hundaa'a Tempireechariin waqtii irratti hundaa'a. Bakkeen kun gogiinsa waqtii irratti hundaa'e qaba . Bakkeen kun marga mukkeen faffaca'anii argamanii qabuu fi micireewwan qabata . Savaanaan muraasni mukkeen kan dhuunfatame yoo ta'u kanneen hafan ammoo micireewwani dhuunfatamanii dha .